Numbers 9:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato dumansi guyya hedu Waaro suni gubba taele, worri AABBO Waaqa saalfate inchochone, artuma tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa duumessi hulee bulti'ii irra guyyaa hedduuf turu, ijoolleen Israa'elii ajaja Rabbii eeggatan malee hin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duumensi dunkaanii dhugaa bayaa irraa adoo hin ka'in guyyaa hedduu yennaa ture, Israa'elooti ajaja Mootii Waan Maraa eegatan malee, ka'anee hin deemanu.