Numbers 9:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Musani jed'e guyya kud'ani afreeso ka jia kana galgala hojja aduuni d'iite, worri Israeli ha aada jila Pasaka, seerafi aada isii gula, tolfatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoolleen Israa'elii hennamatti ayyaana faasika'aa haa ayyaanteffatanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Israa'elooti Jila Irra Dabaramaa yennaa isi'ii eeganee jilifatanuu ti.