Numbers 9:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro gari dumansi haguma bulti diqo Waaro gubba taa: ammo aka ch'ufafu godaanafi teesumti worra jecha AABBO Waaqa gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa tokko tokko duumessi hulee bulti'ii irra guyyaa hagoo tura; hennaa san akka ajaja Rabbiititti hulema san turan; achiillee akkuma ajaja Rabbiititti deeman;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tokko tokko duumensi guyyaa diqqaa qofa dunkaanii dhugaa bayaa irra tura; isaanille ajaja Mootii Waan Maraatiin addee quttuma ifii turan yookiin ajaja Mootii Waan Maraatiin ka'anee deeman.