Numbers 9:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya gari dumansi haga galgalaatifi diirama ch'alla taa; duuba hojja dumansi kae worri ingodaana. Yokhaani ato guyya tokofi halkani tokole dumansi tae, hojja dumansi kae worrileeni ingodaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gari garii duumessi ganamaa haga galgalaa tura; ganama yoo duumessi ka'e hin deeman; guyya'aa fi galgalallee yoo duumessi ka'e hin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tokko tokko duumensi sun galgalaa haga ganamaa qofa dunkaanii dhugaa bayaa irra tura; ganama yennaa duumensi sun dunkaanii dhugaa bayaa irraa ka'e, isaanille ka'anee deeman. Galgalalle te'u gamanalle duumensi dunkaanii dhugaa bayaa irraa yennaa ka'e mara isaanille ka'anee deeman.