Numbers 9:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jecha AABBO Waaqi Musani jed'e gula godaanani qubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ajaja Rabbiititti quphatan; akka ajaja Rabbiititti deemanille'e; akkuma Rabbi karaa Muuse'eetiin ajaje ajaja Rabbii eega'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ajaja Mootii Waan Maraatiin qubatan; ajaja Mootii Waan Maraatiin ka'aneelle deeman; isaan ajaja Mootii Waan Maraa ka karaa Muuse'eetiin kenname hin eegataniiyyu.