Numbers 9:3 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a kana keessa guyyaa kudha arfeesso'ootitti galgala haa ayyaanteffatanii; waan seeraatii fi waan murti'ii maraa haa godhanii»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ji'uma kana guyyaa kudhanii arfeesso'ootitti, dimimmisa galgala yennaa isi'ii eegadha'aatii, akkuma seerataa fi sirna isi'iititti jilifadha'a» jedhe.