Numbers 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba biyyiti galgala guyya kud'ani afreeso, ka jia qara, jila suni lafa aloo ta Sinai keesati tolfatte. Biyyiti akuma AABBO Waaqi Musani jed'e, waan suni ch'ufa tolchite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaanillee ji'a duraa guyyaa kudha arfeesso'oo galgala gammoojjii Siina'aatitti ayyaana faasika'aa ayyaanteffatan; ijoolleen Israa'elii akkuma Rabbi Muusee ajaje godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elootille akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajajetti ji'a tokkeesso'oo keessa, guyyaa kudhanii arfeesso'oo dimimmisa galgala goomolee Siina'aa keessatti Jila Irra Dabaramaa jilifatane.