Numbers 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nama gariti jira, ka reefa tuqe aada gula qulqulluma ufi d'abe; tanaafi dandae guyya suni aada Pasaka inguutu. Worri sunini gara Musafi Haruni d'aqe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu namoonni reeffa namaa tuqanii battaayan waan achi jiraniif guyyaa san ayyaana Faasika'aa hin ayyaanteffanne; guyyaa san gara Muuse'eetii fi gara Aaroonii dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa namooti akka aadaa dhugeeffanna'aatitti reeffa namaa tuqiisaan battowane, gaafas worra kaan woliin Jila Irra Dabaramaa jilifatiisa hin dandeenne; isaan gaafasuma gara Muuse'eetii fi Aaronii dhufanee,