Numbers 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'aniini, Nu yayu reefa tund'e, akasiini ufi t'ureesine, ammo maanifi waan nu AABBO Waaqaa baasu malle, gumi Israeli woliini, baasu nu d'owani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni sunniinillee, «Ijoollee Israa'elii keessaa nu'u reeffa tundhee battoofneerra; garuu akka nu kennaa Rabbii hin dhiyeessine maaf nu dhooggan?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nuuti reeffa namaa tuqiisaan battoonneerra; garuu Israa'eloota kaan woliin yennaa kennansi kennamu nuuti Mootii Waan Maraatiif kennansa akka hin dhikeessine maaf dhoogganna?» jedhane.