Obadiah 1:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya atini koba ufi d'aabde, ka nyaapi d'ufe waan inni qabu ch'ufa fud'ate, ka ammalle sidiini fullo isaatini seente dira Yerusalemu fud'ate qoodate, atileeni worruma suni fakaatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa diintonni isaanii balballan isaanii caccabsanii qabeenna isaanii maraa itti saaman san, ati qaccee dhaabattee laala'aa turte; ati namoota Yerusaalemiin hixaa itti buufata'aa qoqqoodaman irra woyya'aa miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa alagaan karra saame, worri ormaa dalleya cassee seenee Yerusaalem irratti hixaa buufate, atille akkuma worra sanii itti teetee, irraa fagaattee dhaabbatte.