Obadiah 1:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini sila guyya milkiini oboleesa keeti hamtu qilit'amu himmalle. Ammalle gaafa oboleesi kanke Yudaani bade gammadu himmalle; guyya d'ipu koblule himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati silaa rakkoo obboleewwan tee ta biyya Yihuuda'aa keessa jiraatan irra gayetti gammaduu si hin barbaachisu; guyyaa isaan badan burraaqu'uu fi guyyaa isaan hucuucaman isaan irratti uf jajuu si hin barbaachisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa obboleessi keeti rakkatu isatti qacifatuun, guyyaa badii kolbaa Yihuda'aa, gammaduun, guyyaa gadda isaanii geeraruun si'iif hin malle.