Obadiah 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullo worra kiyya keesa seenu himmalle, guyya badi worraa, guyya d'iba isaale qilit'amu himmalle; ammalle guyya d'ipu isaa waan inni qabu saamachu himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan rakkatan ati silaa balbala banii kiyyaa seenuu si hin barbaachisu ture; guyyaa rakkatan badii banii Yihuuda'aatitti gammadu'uuf namaan wolii galuu si hin barbaachisu ture; guyyaa isaan badan qabeenna isaanii saamuu si hin barbaachisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa badii kolbaa tiyyaa qachaa isaanii seenuun, guyyaa badii isaanii itti qacifatuun, karra isaaniille saamuun si'iif hin malle.