Obadiah 1:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla karaani gargari bahu ejite, sila worra isaa ka baqatu hobaasu himmalle; worra isaa ka sila fiige, guyya d'ipu harka nyaapati deebisu himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati silaa worra dheessa'aaran ajjeesu'uuf karaa qaxxaammuraa irra dhaabattee riphxee eeguu si hin barbaachisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa gadda isaanii qaxxaamura kara'aa irra dhaabbattee worra baqatanee bayanu qaddee dabarsitee diinotatti kennuun, si'iif hin malle.