Obadiah 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan lafa Edomutiini jed'u, Me ilaali, anini lafa ch'ufa keesa si yaarse, nami ch'ufti si tufata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Eedoomiin akkana jedha, Ani banii Yihuudii hin taane keessatti dadhabaa si taasisa; guddiftee tuffatamta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa Edoomiin, «Kunoo, gosa biyya adda addaa keessatti akka ati dadhaddu, ijjumaa akka tuffatantu hin godha.