Obadiah 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiyyibi kanke la si sobe. Atini baqaqa d'akha ke teeta, worri kanke gubba gaaraati; atini garaa kanke keesa teeta, Eenuti lafati gad na buusa? jetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uf jajuun kee si sobeera; ati kushee qachaa dhagaa jaba'aan ijaaramte keessa jiraatta; ati mana gaarran gugurdaa irratti ijaarame keessa jiraatta; hulee jiru kanaa eentu na buusuu danda'a jedha'aa dhaadatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ka mana keeti addee ol jette gaara irratti ka ijaarratte, ka holla dhaka'aa keessa leetu, ‹Eentu lafatti gad na buusa?› ka jettu, koora keetittuu si sobe.