Obadiah 1:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guyya suni worra qaro Edomu inhobaasu? Ammalle qarooma garaa Esau keesaa imballeesu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san Eedoomiin keessa ogeeyyii'i, gaara Eesawu'uu irraa beekkumsa balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sanitti Mootiin Waan Maraa: Ani qaroolle Edoom keessaa, worra hubantii qabu gaara Esaawuu irraa hin balleessu.