Philemon 1:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo Oduu Gammadaatiif, yennaa ani mana hidha'aa jiru, addee teeti akka inni na qarqaaruuf, ana woliin as akka turuuf fedheeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isa arma na woliini tau fed'a, haga anini maro Odu Dansaatiifi hid'aansa keesa jiru, aka inni fulla tante na qarqaaru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anini isa ka arma na waliin taa'u fedha, akka innii fulaa tantee, haga anin marroo Oduu dansaatiif hidhaansa keessa jiru, na qarqaaru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani mana hidha'aa jiru bikka kee akka na gargaaruuf uf biratti isa hambifachuu barbaade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa ani mana hidha'aa jiru bikka kee akka na gargaaruuf uf biratti isa hambifachuu barbaade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee wongeelaatiin asitti hidhamee yoo jiru bakka kee bu'ee akka ana tajaajiluuf, inni ana woliin uduu ta'ee jiraateetii ni gammada ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo Oduu Gammadaatiif, yennaa ani mana hidha'aa jiru, addee teeti akka inni na qarqaaruuf, na woliin as akka turuuf fedheeraayyu.