Philemon 1:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee hujiin dansaan ati hujju maraa jaalala gadhaa keetiitiin malee, hunnaan akka hin teeneef, si'iin hin mari'atiin womaa godhiisaaf hin barbaanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule anini irreeni, Na qarqaari siini injed'u; ammo sii fed'i teetiini tolchitu fed'a. Tanaafi haga atini ee jettuuti anini woma intolchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatullee anin irreen, na qarqaar siin hin jedhu; ammoo sii fedhii teetiin tolchitu fedha. Tanaaf haga atin eeyee jettutti anin homaa hin tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu uduu siin hin mari'anne waan tokkollee godhuu hin barbaanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garuu uduu siin hin mari'anne waan tokkollee godhuu hin barbaanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu hujiin mishaan kee dirqamaan uduu hin ta'in jaalalaan akka ta'uuf jedhee, si'i uduu hin eeyyamssiisin womaayuu raawwachu'uuf hin barbaadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee hujiin dansaan ati hujju maraa jaalala gadhaa keetiitiin malee, hunnaan akka hin teeneef, si'iin hin mari'atin womaa godhiisaaf hin barbaanne.