Philemon 1:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Oneesmoos yennaa gabaaddu'uuf si irraa gargar bayee wonni tureef, yennaa mara si woliin akka jiraatuuf deebittee akka isa fudhattuuf fa'a te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri Onesimoni haga diqa toko si biraa deeme, aka eegi deebie, haga hegeri si woliini tau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Malaa wannii Oneesimos diqqoo si biraa deemeef, akka yoo fulaa teetitti deebi'ee haga jiru cufaa si waliin taa'uf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu maal laataa inni haga hennaa diqqo'oo si irraa fooyamee waan tureef amma ufitti fudhadhuu qabiin; maal laataa ammaa achi akka garbichaa hin ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu maal laataa, Inni haga hennaa diqqo'oo sirraa fooyamee waan tureef amma ufitti fudhadhuu qabiin maal laataa ammaa achi akka garbichaa hin ta'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Oneesimos haga ammaa yeroo muraasaaf sirraa ka fooyame yookiin asii achitti yeroo maraa si'iin woliin akka jiraachu'uuf ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oneesimoos yennaa gabaaddu'uuf si irraa gargar bayee wonni tureef, yennaa mara si woliin akka jiraatuuf deebittee akka isa fudhattuuf fa'a te'a.