Philemon 1:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo inni si yakkee jiraate, yookiin si irraa wo liqeeffatee jiraate anatti laakkoyi!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni wollaala tokole sii tolche, yokhaani gati tante qabaate, nati heregad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoo innii wallaala tokkollee si tolchee yokaan gatii tante qabaatellee, natti herregadhu sii baasaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan tokkoonillee yoo si yakkee jiraate, yoo liqaan isa irra jiraate,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan tokkoonillee yoo si yakkee jiraate yoo liqaan isa irra jiraate,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miidhaan inni sirraan gaye yoo jiraate yookiin liqaan itti yoo jiraate, liqaa isaa ana irratti herreegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo inni si yakkee jiraate, yookiin si irraa wo liqeeffatee jiraate natti laakkow!