Philemon 1:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
obboleettii teenna Aaphifiiya'aaf, Arkiphosii nu woliin lolticha te'eeruu fi wolde'a kiristaanaa ka mana keeti keessatti wolti qabamuuf:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gara gumi mana kanke keesati wolwoldeetufi gara oboleeti teenna Afiafi askarticha keenna ka nu woliini hojatu Arkipo tatabe tana t'aafa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
gara gumii mana kanke keessaatti wal waldeettuu, gara obboleettii teenna Aphifiyaa fi Arkiphoos ka dubbii Waaqaa nu waliin hojjatu barreessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleettii teenna Afibiyaa, Arkiphaa nu woliin loltuu ta'eef, woldaa Kiristaanaa ta mana isaa keessa jirtuuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleetti teenna Afibiyaa, Arkipha nu woliin loltuu ta'eef, woldaa Kiristaanaa ta mana isaa keessa jirtuuf,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
obboleettii teenna Aaphifiiya'aaf, nu'uun woliin'llee lolttuu Kristosii ka ta'e Arkiphosiif, akkuma kana amanttoota mana keetitti wol gayaniif'llee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
obboleettii teenna Aaphifiiya'aaf, Arkiphosii nu woliin lolticha te'eeruu fi wolde'a kiristaanaa ka mana keeti keessatti wolitti qabamuuf: