Philemon 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleessa kiyya, maqaa Gootta'aatiin waan kana anaaf godhi! Kiristoosiin gadhaa na jajjabeessi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, oboleesa kiyya, waan kana na tolchi, maro Aabbootiifi; garaa kiyya gammachiisi, aka oboleesa Kristo keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleessa kiyyaa, maqaa Aabbootiif waan kana naa tolchi Kiristoof jedhii garaa na gammachiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessa kiyya! Maqaa Goofta'aatiin waan kana naa godhi; Kiristoosiin keessaan garaa naa qabbaneessi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleessa kiyya! Maqaa Goofta'aatiin waan kana naa godhi; Kiristoosiin keessan garaa naa qabbaneessi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa obboleessa kiyya! Waan mishaa kana akka naaf raawwattu maqaa Goofta'aatiin si ni kadhadha, yabo'oo onnee tiyya Kristosiin naaf haarawoomiessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessa kiyya, maqaa Gootta'aatiin waan kana naaf godhi! Kiristoosiin gadhaa na jajjabeessi.