Philemon 1:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajama keeti addadhee, waan ani si gaafadhu caalchitte akka ati gootu beekiisaan tana si'iif barreessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini inheregad'a ato sii t'aafu, aka atini waan kana naa tolchitu, waan hagana ira jirule naa tolchita!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yoo waan kana barreessuu, akka atin waan kana naa tolchituu fi haga anin si gaafadhullee irra naa tolchitu inabdadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akka ati waan ani si kadhadhu caalaa naa gootu beekee ajajamuu keellee abdadhee kana sii barreessa. Kanaa achi Rabbi kadhaa keessan dhagayee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee akka ati waan ani si kadhadhu caalaa naa gootu beekee ajajamuu keellee abadadhee kana sii barreessa. Kanaa achi Rabbi kadhaa keessan dhagayee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana ka si barreesseef akka naaf ajajamttu amanu'uun, ka ani si gaafadhuu olitti, akka raawwattu ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajama keeti addadhee, waan ani si gaafadhu caalchitte akka ati gootu beekiisaan tana si'iif barreessa.