Philemon 1:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni dhibiin: Waaqi waan isin daadimattane maraaf deebii kennee, gara keessan deebi'ee akka dhufu waan addadhuuf, addee itti foorfadhu anaaf qopheessa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle fulla bulti naa tolchi, anini inheregad'a, hegeri Waaqi kad'acha teesani d'agayeti harka keesaniti na deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee akka Waaqii kadhaa teessan dhagayee hegerii gara keessan na deebisuu anin inabdadha, tanaafi fulaa bultii naa tolchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani gara keessan deebi'ee akka dhufu waan abdadhuuf, hulee itti hara baafadhu naa qopheessi. Achumaan waan kadhata keessaniitiif jedhee Rabbi isinii na kenna jedhee waan hedadhuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
ani gara keessan deebi'ee akka dhufu waan abdadhuuf, hulee itti harabaafadhu naa qopheessi. Achumaan waan kadhata keessaniitiif jedhee Rabbi isinii na kenna jedhee waan hedadhuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achiin'llee Waaqinni kadhannaa keessan dhagayee gara keessan akka dhufu akka naaf taasisu abddii waan qabuuf, mana itti boqadhu naaf qopheessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin: Waaqi waan isin daadimattane maraaf deebii kennee, gara keessan deebi'ee akka dhufu waan addadhuuf, addee itti foorfadhu naaf qopheessa'a.