Philemon 1:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ephafraas, ka maqaa Kiristoos Yesuusiitiif jedhee ana woliin hidhamee jiru nageya si'iif dhaama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Epafraani, ka hid'aansa keesa maro Kristo Yesotiifi na woliini jiru, nagaya sii d'aama;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ephafraas, ka hidhaansa keessa marroo Kiristoo Yessuusiitiif na waliin jiruu, nagayaa sii dhaama;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ephafiraan maqaa Yesuus Kiristoosiitiif jedhee hidhameeru,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ephaafiraan maqaa Yesuus Kiristoosiitiif jedhee hidhameeru,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee Yesus Kristositiin ana woliin ka hidhame Ephaafraas nagaya si ni dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ephafraas, ka maqaa Kiristoos Yesuusiitiif jedhee na woliin hidhamee jiru nageya si'iif dhaama.