Philemon 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaa keenna Waaqaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos biraa badhaadhii fi nageenni isiniif te'u!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa Abba keennafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kenninna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Abbaa keennaatii fi Aabboo Yesus Kiristoos eebbaa fi nagaya isanii kenninna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaa keenna Waaqa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin biraa'llee, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaa keenna Waaqaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos biraa badhaadhii fi nageenni isiniif te'u!