Philemon 1:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daadimata kiyya keessatti yennaa si qaabbadhu, yennaa mara Waaqa galateeffadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini Waaqa kad'ad'u ch'ufa, oboleesa Filemoni, anini maqa kanke d'ae galata Waaqa deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yoo Waaqaa kadhadhu cufaa, si'ii obboleessa kiyya Filemon qaabadhee galata Waaqaa deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa Yesuusiin biratti, woyyoota maraa biratti waan jaalalaa fi amantii keetii dhagayee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaa Yesuusiin biratti, woyyoota maraa biratti waan jaalalaa fi amantaa keetii dhagayee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kadhannaa kiyyaan si yaadata'aa yeroo mara Waaqa kiyya ni galateeffadha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimata kiyya keessatti yennaa si qaabadhu, yennaa mara Waaqa galateeffadha.