Philemon 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille dhugeeffannaa ati Goottaa Yesuusitti qadduu fi jaalala ati kolbaa Waaqaa maraaf qaddu dhage'eera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jaalala atini gumi Waaqa ch'ufa jaalatufi d'ugefacha atini Aabbo Yeso d'ugefattu ya d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maaniif anin jaalala atin gumii Waaqaa cufaa jaalattuu fi dhugeeffachaa atin Aabboo Yesus dhugeeffattuu ya dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kadhaa kiyya keessatti si yaadata'aa hennaa maraa Rabbii kiyya hin galatoonfadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kadhaa kiyya keessatti si yaadata'aa hennaa maraa Rabbii kiyya hin galateeffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
amantii Gooftaa Yesusiin qabdduu fi jaalala amanttootaaf'llee qabddu dhagayee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille dhugeeffannaa ati Goottaa Yesuusitti qadduu fi jaalala ati kolbaa Waaqaa maraaf qaddu dhage'eera.