Philemon 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hubantii guutuu waan dansa'aa ka nu Kiristoosiin qannuu maraa akka qabaattuuf, dhugeeffannaa teeti worra dhibi'iif qoodiisatti akka jabaattu hin daadimadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini hojja ch'ufa Waaqa kad'ad'u, aka wold'aqisi keenna, d'ugefacha teenna keesa, hubacha eeba ta Kristo keesa jirtu, ta hagasira guddo nuu kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii anin yoo cufaa Waaqaa kadhadhuu, akka innii waldhaqiisa keenna, dhugeeffachaa teenna keessa, hubachaa eebbaa ta Kiristoo keessa jirtuu, ta hagas irra guddoo nuu kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tokkummaa amantii keetii ka nu biraa qabdu waan mishaa maraa beeku'uun waan Yesuus Kiristoosiitiin akka daraaraa godhattu Rabbiin sii kadhadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tokkummaa amantaa keetii ka nu biraa qabdu waan mishaa maraa beeku'uun waan Yesuus Kiristoosiitiin akka daraaraa godhattu Rabbiin sii kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka Kristosii ta'uu keennaan wonitti qabnnu mishaan marrinuu ifatti akka beekkamuuf, amantii kee kaanniiniif qoodu'uuf akka hisattu ni kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hubantii guutuu waan dansa'aa ka nu Kiristoosiin qannuu maraa akka qabaattuuf, dhugeeffannaa teeti worra dhibi'iif qoodiisatti akka jabaattu hin daadimadha.