Philemon 1:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan godhu'uu malte akka gootuuf, si ajajiisaaf karaa Kiristoosiitiin ifi-addii qaba;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini sila, aka oboleesa kanke Kristo keesa, garaa jabaad'e, Waan tolchu malani tolchi siini jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nuun cuftii waan nama Kiristoo taaneef anin silaa garaa jabaadhee waan atin tolchuu malte tolchi siin jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan godhuu si barbaachisu akka gootu si ajaju'uuf karaa Yesuus Kiristoosiitiin hagamillee yoo ugga qabaadhe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu waan godhuu si barbaachisu akka gootu si ajaju'uuf karaa Yesuus Kiristoosiitiin hagamillee yoo ugga qabaadhellee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf hujii kee raawwadhu jedhee si ajaju'uuf, Kristosiin uggiinsa ni qaba,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan godhu'uu malte akka gootuuf, si ajajiisaaf karaa Kiristoosiitiin ifi-addii qaba;