Philippians 1:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajiltoota Yesuus Kiristoosii ka teene Phawuloosii fi Ximootewoos irraa, worra qachaa Filiphisiiyuusii keessa le'u, ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin balchoome maraaf, akkasuma toyattootaa fi gargaartuu wolde'a kiristaanaatiif:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqaani keenna Paulofi Timotheo, hojattu Kristo Yeso. Gara gumi Waaqa ta lafa Filipi keesa jirtu, ta Kristo Yeso d'ugefattu, jaarole gumitiifi jara gumi Waaqa hojatu woliini:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu warrii ergaa tana jaarrolee gumiitii fi jara gumii Waaqaatii hojjatu waliin gara gumii Waaqaa taa lafa Filiphii keessa jirtuu isanii barreessee, Phaawuloo fi Ximootewoos; ka hojjattuu Kiristoo Yesus.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboota Yesuus Kiristoosii Phaawuloosii Fi Ximootewoosiin irraa, worra qachaa Filiphisiyuusii keessa jiraatan worra qulqullootaa ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin qajeellota ta'an maraaf; akkasuma jaarsotaa fi gargaartoota woldaa Kiristaanaatiif:
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garboota Yesuus Kiristoosii Phaawuloosii Fi Ximootiwosiin irraa, worra qachaa Filiphisiyuusii keessa jiraatan, ka karaa Kiristoos Yesuusiitiin qajeelaa ta'an maraaf, akkasuma tooyattootaa fi gargaartoota woldaa Kiristaanaatiif:
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajiltoota Yesus Kristosii ka ta'an, Phaawulosii fi Ximotewosiin irraa, Magaalaa Filiphisiiyusii worra jiraataniif, Yesus Kristosiin qulqullaawota ka ta'an maraaf, akkuma kana worra itti gaafatamittootaatii fi gargaartota woldaya amanti'iitiif,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltoota Yesuus Kiristoosii ka teene Phawuloosii fi Ximootewoos irraa: Worra qachaa Filiphisiiyuusii keessa le'u, ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin balchoome maraaf, akkasuma toowattootaa fi gargaartuu wolde'a kiristaanaatiif: