Philippians 1:11 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka kanaan jiruun teessan midhaan balchumma'aa, ka Yesuus Kiristoosiin dhaggamuun ta guutante teetee, ka ulfinnaa fi galata Waaqaaf dhaggisiittanu hin teetan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenni keesani waan dadansa ka Yeso Kristoni fed'uuni guutama, aka maqa Waaqa guddisani faarsani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jireenni keessan waan dansaa Yesus Kiristoon fedhuun guutama, akka maqaa Waaqaa guddisanii faarsan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jireenna keessan ka bifa kanaatiin Yesus Kristosiin irraa ka argamu firii qulqullaayinnaatiin ka guuttame ta'ee, ulfinnaa Waaqaatii fi galata, worra argamisiifttan ni taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan jiruun teessan midhaan balchumma'aa, ka Yesuus Kiristoosiin dhaggamuun ta guutante teetee, ka ulfinnaa fi galata Waaqaaf dhaggisiittanu hin teetan.