Philippians 1:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Wonni na dhaqqabe maraa, Oduun Gammadaa akka badhattu akka godhe, akka beettanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini wo isaniti himu fed'a, oboleyaani tiyya; yo d'ugaa dubbanne, wonti na tolchani ya Odu Dansa durati deemsifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya; ani wa isanitti himu fedha; yo dhugaa dubbannee, wanti na tolchan ya oduu dansaa duraatti deemsifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! kun wonti na irra gayeef, dhugamaan Dubbii Nagayaa badhisu'uuf akka ta'e akka beettan barbaada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! kun wonti narra gayeef, dhugamaan Oduu Nagayaa badhisu'uuf akka ta'e akka beettan barbaada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Wonitti ana irra gaye marrinuu wongeelli caalatti akka babaldhatu taasisuu isaa, akka beekittaniif ni jaaladha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Wonni na dhaqqabe maraa, Oduun Gammadaa akka badhattu akka godhe, akka beettanu barbaada.