Philippians 1:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan ani hidhameef dhugeeffattoota keessaa hedduun Gootta'atti addataneeran; jecha Waaqaa sodaa malee lallabiisaafille ka qaraa caalaa jabeenna dhaggataneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hid'aansa keesa seennaani, oboleyaani ch'ufti guddo huji Aabbooti jabaatte jannoomte, dubbi Waaqa soda male odeesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin hidhaansa keessa seennaan, gumiin dhugeeffatte cuftii guddoo hujii Aabbootti jabaattee jannoomtee, dubbii Waaqaa sodaa malee barsiiste.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan Goofta'aan jiran irra caalaan isaanii waan hidhaa kiyyaatiif amanamanii ka duraa caalaa dubbii Rabbii sodaa malee himuu uggan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan Goofta'aan jiran, irra caalaan isaanii waan hidhaa kiyyaatiif amanamanii ka duraa caalaa dubbii Rabbii sodaa malee himuu uggan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababaa hidhamuu kiyyaatiin obboleeyyan amanttootaa ta'an baayi'eewwan caalmaya worra Goofta'atti abddii taasfatan ta'anii jiran, kanaaf dubbii Waaqaa sodaa malee lallabuuf, waan duraanii caalatti uggiinssa argatanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan ani hidhameef dhugeeffattoota keessaa hedduun Gootta'atti addataneeran; jecha Waaqaa sodaa malee lallabiisaafille ka qaraa caalaa jabeenna dhaggataneeran.