Philippians 1:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gariin hinaaffa'aa fi qoxxe'een Kiristoos lallaban; worri kuun ammoo fedha dansa'aan lallaban.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari d'uguma qot'eefi woldidafi waan Kristo odeesa, ammo ka gari garaa dansaani odeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haa ta'uu malee namii garii dhugumaa qoxxee fi waldiddaan waan Kiristoo odeessa, kaa garii garaa dansaan odeessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gari gariin hinaaffa'aa fi qoxxe'een falmu'uun; kuuwwan ammo fedhii mishaa waan qabaniif waan Kiristoosii himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gari gariin hinaaffa'aa fi qoxxe'een falmu'uun kuuwwan ammoo fedhii mishaa waan qabaniif waan Kiristoosii himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee tokko tokkoon isaanii dubbii gammachuu Kristosii ka lallaban hinaaffa'aan, kuunniin'llee hafuura mormmiitiin, kuunniin garuu Kristosiin ka lallaban onnee fayya'aatiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gariin hinaaffa'aa fi qoxxe'een Kiristoos lallaban; worri kuun ammoo fedha dansa'aan lallaban.