Philippians 1:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri halchaa fedha ifii hordofiisaan dabaan Kiristoos lallabu ammoo, hidhamuu kiyya irratti rakkinna dabaliisaaf yaadatanee lallaban.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari garaa dansaani waan Kristo inodeesu, ammo garaa d'iibitiini odeesa, waan haga anini hid'aansa keesa jiru na gargalchani sehaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii waan gaafa ani hidhaansa keessa jiru na gaargalchu feedhuuf garaa dansaan waan Kiristoo hin haasuu, garaa haamaan haasa'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sunniin ammo hidhama kiyya irratti rakkoo waan na irratti fidan isaanitti fakkaatee, waan worra isaaniitiif fayyadu barbaadanii yaada qajeela'aan uduu hin taane, akkanumaan waan Kiristoosii qaaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sunniin ammoo hidhama kiyya irratti rakkoo waan narratti fidan isaanitti fakkaatee, waan worra isaaniitiif fayyadu barbaadanii yaada qajeela'aan uduu hin taane, akanumaan waan Kiristoosii qaaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sunniin garuu waayee Kristosii dabssanii ka lallaban qajeelummaan uduu hin ta'in, mataa isaanii jaalachuu fi hidhaana kiyya irratti rakkinna dabalataa ana irratti fidu'uuf yaadu'uun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri halchaa fedha ifii hordofiisaan dabaan Kiristoos lallabu ammoo, hidhamuu kiyya irratti rakkinna dabaliisaaf yaadatanee lallaban.