Philippians 1:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Womaa moti! Fakkeessiisaanille te'ee, dhuga'aanille te'u karaa maraan Kiristoos lallabameera! Ani kanatti hin gammada. Haganaa achille ittuma hin gammada;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo akasile taate, wonti sunini woma keesa injirtu, anini guddo gammada, yo kara ch'ufaanu waan Kristo hasaani, kara qajeelafi hamaleeni. Anini ammalle ingammada.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo akkasillee taatee, yo waan Kiristoo karaa hamaa fi dansaalleen cufaanuu haasanii wanti sun homaa keessa hin jirtu, ani guddoo gammada, ammallee ani hinumagammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu rakkoon maal irratti? wonti sirnyaa fayyaalumma'aan ta'ee'e, fakkeessu'uun karama kamiinillee haa ta'uu Kiristoos haa lallabamuu; Ani kanaan gammada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Womaa miti! Sobaan ta'ee yookiin qajeellumma'aan ta'ee, Kiristoos hin himama kanaaf gammadeera. Ammaa achillee akkasuma gammada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
San ta'ee kana waan kanaan ni gammada fakkeessuun ta'ee dhugaan karaa maraanuu, Kristos ni lallabama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Womaa moti! Fakkeessiisaanille te'ee, dhuga'aanille te'u karaa maraan Kiristoos lallabameera! Ani kanatti hin gammada. Haganaa achille ittuma hin gammada;