Philippians 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
sababille daadimannaa keessanii fi gargaarsa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin akka bilisa bawu hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi anini imbeekha, waan kad'acha teesanitiifi maro qarqaarsa Lubbu Yeso Kristotiifi inuma gadi na lakisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kadha teessaniif qarqaasa Hafuura Yesus Kiristoolleen silaaftuu akka gad na dhisaan inumabeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun kadhaa keessanii fi kennaa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin naaf fayyinna akka ta'u waan beekuuf gammada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kun kadhaa keessanii fi kennaa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin naaf fayyinna akka ta'u, waan beekuuf gammada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka biraa waayeen ittiin gammadu kadhannaa keessan fi gargaarssa Hafuura Yesus Kristositiin bilisa akka bayu, waan beekuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sababille daadimannaa keessanii fi qarqaarsa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin akka bilisa bawu hin beeka.