Philippians 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa Abba keennafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isani kenninna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa Abbaa keennaatii fi Aabboo Yesus Kiristoon eebbaa fi nagaya isanii kenninna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaadhaa fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaadhaa fi nageenni isiniif haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaa keenna Waaqaa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin biraa, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu!