Philippians 1:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani yoo fooniin jiraadhe, sun anaaf hujii midhaan qaddu ittumma hujiisa; ammoo kam akka filadhu hin beeku.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo lubbuuni na d'eerate huji dansa hojad'e, anini ta gula bahu imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo lubbuun na dheerattee hujii dansaa hojjadhee, anin ta gula bahu hin beeku.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo fooniin jiraachuun naaf daraaraa huji'ii waan ta'eef maal akka filadhu hin beeku.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo fooniin jiraachuun naaf daraaraa huji'ii waan ta'eef, maal akka filadhu hin beeku.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee qaama foonayaa kiyya kanaan itti fufee waan jiraadhu uduu ta'ee hujii firii kennu hojjachuu jechu'u, ta'u'llee garuu itti fufee jiraachu'uu fi du'uu, kamiin akka filadhu hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yoo fooniin jiraadhe, sun naaf hujii midhaan qaddu ittuma hujiisa; ammoo kam akka filadhu hin beeku.