Philippians 1:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan lamaan kanaan rakkadheera: ani le'ii tana lakkisee, Kiristoos woliin le'uu fedha; kun waan mara calaa anaaf woyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gama lachuyu woljaji jira. Anini jireenna kana lakise Kristo woliini tau fed'a, tanati ira na jira;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gama lachuuyyuu waljajjii jiraa. Anin jireenna kana lakkisee Kiristoo waliin taa'uu fedha, tanatti irra naa jiraa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan lamaan kanaan dhiphata'aa deemee Kiristoosiin woliin jiraachu'uuf dharra'a. Inni maraa irra mishaa waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan lamaan kanaan dhiphata'aa deemee Kiristoosiin woliin jiraachu'uuf dharra'a. Inni maraa irra mishaa waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaadota kaniin lamaan jiddu'utti qabamee jira, gara tokkoon Kristosiin woliin ta'uun ka maraa caalu waan ta'eef, jireenna kana irraa fooyamee Kristosiin woliin ta'uu ni barbaada, kun'llee Kristosiin woliin jiraachuun ka haalaan woyyu waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan lamaan kanaan rakkadheera: ani le'ii tana lakkisee, Kiristoos woliin le'uu fedha; kun waan mara caalaa naaf woyya.