Philippians 1:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee fooniin jiraachuun kiyya isiniif caalaa barbaachisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo maro teesaniifi anini lafa tana gubbati hafu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo marroo teessaniif anin lafa tana gubbaatti hafuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo fooniin jiraachuun kiyya isiniif guddisee barbaachisa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo fooniin jiraachuun kiyya isiniif guddisee barbaachisa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara biraatiin lubbuun jiraachuun isiniif ka haalaan woyyaa ta'ee fi barbaachisa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee fooniin jiraachuun kiyya isiniif caalaa barbaachisa'a.