Philippians 1:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani kana hubatiisaan, akka isin dhugeeffanna'aan guddattanuu fi akka gammaddanu, isin maraa bira akka turuu fi akka jiraadhu beekeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana aka dansa beekha, armati hafe isani woliini taa, aka isani d'ugefachaani gammaddani dura deemtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin silaaftuu inbeeka akka yo ani isan biraatti haafee isan waliin taa'ee isan gammaddaanii dhugeeffachaan jabaattanii duraatti deemtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin hubadhee isin biratti deebi'ee jiraachuun kiyya, isin anaan dhaadachuun keessan, Yesuus Kiristoosiin keessatti akka guddatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanniin hubadheeti isin biratti deebi'ee jiraachuun kiyya, isin anaan dhaadachuun keessan, Yesuus Kiristoosiin keessatti akka guddatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanatti amantiin ani du'a irraa hafee amantiin keessan akka guddatuu fi gammachuu akka argattaniif, isin mara woliinuu akka turu ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kana hubatiisaan, akka isin dhugeeffanna'aan guddattanuu fi akka gammaddanu, isin maraa bira akka turuu fi akka jiraadhu beekeera.