Philippians 1:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isinummaan akka Oduun Gammadaa ta Kiristoosii jettutti jiraadha'a; tana yoo gootane, ani dhufee yoo isin dhagge yookiin fagoo jiraadhee waan keessan yoo dhage'e, dhugeeffannaa Oduu Gammadaatiif akka nama tokkoo teetanee falmatiisaan ayyaana tokkochaan jabaattanee akka dhaabbattanu hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti jabduuni, adabi keesani aka Oduuni Dansaani ta Kristo jettu ha jiraatu, aka ato anini d'ufe isani argu d'ibaad'ele, aka isani garaa tokooni jabaattani ejaanjattani yaada toko ch'allaani woliini haatani d'agayu, maro d'ugefacha odu dansaatiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wanti jabduun, adabi keessan akka oduun dansaan Kiristoos jettuu ha ta'uu, akka marroo dhugeeffachaa oduu dansaatiif isan adoo anii dhufee isan arguu dhibaadhellee, garaa tokkoon jabaattanii kaatanii yaada tokkochaan waliin haatan dhagayu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Dubbii Nagayaa ka Kiristoosiitiif akka ta'utti jiraadhaa'a; yoo kana ta'e, yoo dhufee isin arge yookaan isin irraa yoo fagaadhellee kaayyoo tokkoon jabaattanii dhaabachuu keessanii fi akka tokkumma'aan Dubbii Nagayaa wol geessu'uuf tattaafattaniirtan hin dhagayaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dhufee uduu isin laalee yookiin uduu fagaadhee qalbii tokkoon waan amantaa Oduu Nagayaatiif falmata'aa Ayyaana tokkoon akka dhaabattan, waan jireenna keessanii akka dhagayuuf, Oduu Nagayaa ka Kiristoosiitiif akka ta'utti jiraadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa waan maraayyuu olitti jireenni keessan wongeela Kristosii ka galteeffachiisu haa ta'u, kun'llee ani dhufee yoo isin laale'llee yookiin isin irraa yoo fagaadhe'llee kaayyoo tokkoon jabaattanii dhaabachuu keessan fi wongeela tokkummaan woliin gayuuf tataafachuu keessan ni dhagaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinummaan akka Oduun Gammadaa ta Kiristoosii jettutti jiraadha'a; tana yoo gootane, ani dhufee yoo isin dhagge yookiin fagoo jiraadhee waan keessan yoo dhage'e, dhugeeffannaa Oduu Gammadaatiif akka nama tokkoo teetanee falmatiisaan ayyaana tokkochaan jabaattanee akka dhaabbattanu hin beeka.