Philippians 1:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Carraa Kiristoosiitti dhugeeffatiisaa callaa adoo hin te'in, carraan isaaf rakkinna fudhatiisaalle, isiniif kennameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana keesani ka, Kristo d'ugefad'a ch'alla isaniini injenne, ammo, Maro isaatiifi gaargala isaniini jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Milkiin teessan ta, isanii kennan Kiristoos callaatti dhugeeffadhaa hin jettu, marroo isaallee gaargalaa jettii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun waan Kiristoosiitiif, isinii waan kennameeruuf. Waan isaatiif akkasuma isatti amanuu callaa uduu hin taane waan isaatiif akkasuma rakkinnillee isin irra gaya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kun waan Kiristoosiitiif, isinii waan kennameeruuf. Waan isaatiif akkasuma isatti amanuu callaa uduu hin taane, waan isaatiif akkasuma rakkinnillee isin irra gaya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Carraan Kristosiin tajaajiluuf ka isiniif kenname isa qofatti akka amantaniif uduu hin ta'in, waayee isaatiin'llee rakkinna akka fudhattaniif'le'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Carraa Kiristoositti dhugeeffatiisaa callaa adoo hin te'in, carraan isaaf rakkinna fudhatiisaalle, isiniif kennameera.