Philippians 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani yennaa isin qaabadhu maraa Waaqa galateeffadha;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja isani qaabad'u ch'ufa Waaqa kiyya galata deebisa;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo isan qaabadhu cufaa Waaqaa kiyyaa galata galcha;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa kadhaa kiyyaan waan keessan maraa gammachu'uun Rabbiin kadhata'aa guyyaa duraatii jalqabee haga ammaa Dubbii Nagayaa lallabu'uun na woliin waan hojjattaniif hennaa isin yaadu maraa Rabbii kiyya hin galatoonfadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa maraa kadhaa kiyyaan waan keessan maraa gammachu'uun Rabbiin kadhata'aa guyyaa duraatii jalqabee haga ammaa Oduu Nagayaa lallabu'uun na woliin waan hojjattaniif henna isin yaadu maraa Rabbi kiyya hin galateeffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin yeroo yaadadhu marattuu Waaqa kiyya ni galateeffadha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa isin qaabadhu maraa Waaqa galateeffadha;