Philippians 1:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf akkumma kanaan dura rakkinni ana geyeeruun dhaggitanee fi akkuma ammalle ana geyiisatti jiruun dhageettanu, isinille rakkinnuma san fudhatiisatti jirtan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma koota, wolumaani haana. Akuma qara aka anini had'e na agartani ammalle akasuma jira, akuma isani d'ageetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma koottaa, walumaan haanaa! Akkuma qara akka anin hadhe agartanii dhageettanii anin ammallee akkasuma jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkinnuma na irratti dhageettanii fi argitan santu isin irrallee gayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rakkinnuma narratti dhageettanii fi argitan santu isin irrallee gayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaf amma anaan woliin qoodamtoota rakkinnaa taatanii jirttan, rakkinni kun'llee asiin durana narra gayee ka argitanii fi amma'llee ka narra gaye ta'uu ka dhageettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf akkuma kanaan dura rakkinni na geyeeruun dhaggitanee fi akkuma ammalle na geyiisatti jiruun dhageettanu, isinille rakkinnuma san fudhatiisatti jirtan.