Philippians 1:4 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa qaraatii jalqaddanee haga ammaa hujii Oduu Gammadaa keessatti waan hirmaattaneef, yennaa isin maraaf daadimadhu maraa gammadaan daadimadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja isani kad'ad'u ch'ufa anini gammadaani kad'ad'a,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo isanii kadhadhu cufaa anin gammadaan kadhadha,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waayee keessaniif yeroo kadhadhu marattuu, kadhannaan kiyya gammachu'uun ka guuttame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa qaraatii jalqaddanee haga ammaa hujii Oduu Gammadaa keessatti waan hirmaattaneef, yennaa isin maraaf daadimadhu maraa gammadaan daadimadha.