Philippians 1:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan isani huji Odu Dansa keesati na qarqaartani, haguma guyya qaraati haga arrale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan isani hujii oduu dansaa keessatti, haguma guyyaa qaraatii haga hardhaallee na qarqaartaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa jalqabaatii kaasee haga ammaa titti wongeela lallabu'uuf, hirmmaatotaa hujii kiyyaa waan taataniif, Waaqa ni galateeffadha,