Philippians 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi hujii dansaa isin keessatti jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufuutitti, akka muummessu ani mama hin qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini waan kana aka dansa beekha: Waaqi ka huji dansa tana jiddu teesaniti iti keyate, gaafa Guyyaani Kristo Yesoni gahu hobaasu male illakisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin akka Waaqii hujii dansaa jidduu teessan kaa'e tana guyyaa gaafa Kiristoo Yesus dhuficha ga'ee hobbaasuu malee hin lakkimnee, akka dansaa beeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isiniin hujii mishaa jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufutti akka raawwatu kana waan hubadheeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka isiniin hujii mishaa jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufutti akka raawwatu kana waan hubadheeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hujii mishaa kana jireenna keessan keessatti Waaqinni jala qabe, Yesus Kristos murti'iif deebi'ee guyyaa dhufutti gara muumme'eetiin akka isa gayu ni amana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi hujii dansaa isin keessatti jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufuutitti, akka muummessu ani mama hin qabu.